Banner Message Under 5 yr_Afaan Oromoo.doc

IbrahimAbdela 6 views 2 slides Oct 30, 2025
Slide 1
Slide 1 of 2
Slide 1
1
Slide 2
2

About This Presentation

Public health emergencies and past experiences


Slide Content

Waajjira Fayyaa Magaalaa Cirootti
Duula Talaallii Pooliyoo Qindaa’aa


Marsaa 3ffaa

Talaalliin pooliyoo Daa’imman umuriin isaanii waggaa 5 gadi ta’an

hundaaf

Fulbaana
30 hanga Onkolooleessa 3/2018
manaa manaatti kennama.
Dabalataan:
??????
Daa’imman waggaa 5 gadii talaallii idilee hin eegallee fi
jalqabanii

adda kutan adda baasuun dhaabbilee fayyaa fi bakkeewwan

talaallii yeroof qophaa’anitti akka talaalfaman ni taasifama.

Daa’imman talaalchisuudhaan dhibee Pooliyoo haa ittifnu!