1.3 Gosa Daagaawwaanii fi ramadii dagaawwanii Dagaawwaan uumata fi qonnaan bulaa nama dhuunfaa biratii akka teeknolojii EBBtii yeroo baay`ee beekamuun hojjataman keessa d aagaa gaaraa d aagaa Barcumaa daagaa “ Fanya juu ” daagaa biyoo (Soil bund ) daagaa dhagaa ( stone bund) Daagaa Dhagaa fuula biyyee (Stone faced soil bund
1.4.Daagaa fi r amadii d agaawwaanii 1.4.1 Daagaa Dirriiraa (Contour terraces , also called level terrace or absorption terrace), daagaan kun kan ijaaramuu“ contour ” hordofeetti . Bishaan / jiidhaa qabatuuf fi lafa seenuuf yaadameetti . H anqini roobaa nannoo jirutti qofaa ijaarama
1.2.Haala mijaataa daagaa gaaraa (Suitability ) Iddoo tabumaan (<50%) fi biyyoo gogaa qabu ; Lafa waliinii gaaraan walqabatu ta’e , kan miidhaan qabuu fi tabumaas qabu , garuu kan hin qotamne ; Hojiilee bishaan cimsuu , biqiltuu dhaabuu fi dhiqaama biyyii ittisu waliin adeemsiisuun ( integration ) dandeesiisu ; Hojii “ biological measures ” biroo kan dabalatu ta’a 15
1.3.Qiyyaasa, roga kaa’uu fi ijaarsa daagaa gaaraa Daagaa dirriiraa ykn gara keessatti kan ciisu fi jiidha kan qabatu Lafa gogaa ta’e irratti tabbumaan isaa 30-50 % Gadifageeny biyyoo qotamuu (workable soil depth) yoo xiqaate seentii meetira 50 kan ta’u Gargarumaan tabumaa keessaa 10 % kan hin caale ; Baldhiini daagaa 1.5m kan hin caalee dhagaadhaan kan utubame ( protected by a stone riser). 16
1.3. Qiyyaasa , roga ka’uu fi ijaarsa daagaa gaaraa … Tie 5m irratti iddoo bishaan yoo guddatu bahuun ( tie qabachuu qa ba ; Utubaan dhagaa sirritti 1dalgee fi 3 dhaabiin kayyamuu qaba (1 horizontal to 3 vertical); T ie ridge with 15-20cm placed every 10 m interval along channel; Edeeda dheerina sm 15 Dhabata sirreesuu fi damadamuu (shape and compact the embankment at every 15cm height); Lafa hanqina jiidhiinsa qabuuf akka jiidha qusaachuu danda’u , Tabbumaan gara duubati conqola’u %5-10 ta’a , (Back-slope : 5 – 10 % gradient in moisture deficit areas to contribute for effective moisture conservation) 18
Dhundhula daagaa / solpe of bund Slope (%) = VI ( cm ) = VI ( m ) *100 HI ( m ) HI ( m ) Spacing/s = V.I X 100 slope(%) S= Addan Fageenya Daagaa jidduu jiru
Hanqinnoota Daagaa gaaraa Rooba cimmaa fi off_eegannoo malee dhaabiin raawwatame carraa latiinsaa xiqeesa Meeshaalee harkaa hojichaaf ta’an fi Goga sirrii ta’e baasuu dhabuu (Unavailability of appropriate hand tools and improper layout along contour). Abummaa lafichaa fi mirga ittifayadamaa Umataa laafaa ta’uu (Loose ownership and land use rights of the community); 36
37
Arsi Zone Dodota West Harerghe Gambela watershed Arsi Hetosa
Design Specifications of Bund)… General equation for computing the spacing of contour bunds : VI = 0.3(S/3 + 2) by Ramser (1972)…..(1) VI = 0.3(S/4 + 2) by Thomas (1997)…..(2) Where, VI = vertical interval S = Slope (%) Rogaa fi garagarumaa dheerina irra olee (Lay out and vertical interval (VI)) Slopes 3-8% VI = 1-1.5mt Slopes 8-15 VI= 1-2mt Slopes 15-20 VI= 1.5-2.5mt
Kallattii hordofuu fi ijaarsa sarara Biyyoo (Alignment and Construction of Soil Bund) Kallattii sarari hordofu (Alignment of bunds ): Adda fageenyi sarara gidduu jiraatu akkaata garagarumaa garagarumaa dheerina irraa olee ykn adda fageenya isaan kan dalgaatiin ta’a . Line level (Sprite Level) is used for alignment of bunds; Ijaarsi kan jalqabu mataa sullulaa fi mataa daandii lolaa irra ttii ta;a . Adeemsi hojiicha : Boca kayyuu , qotuu , tabbumaa / eddeda qajeelchuu , Layout, digging, slopping , (berm making), hunda walfudhachiisuun adeemisicha hordofamuu qabuudha .
Daagaa biyyoo /Soil Bunds Istaandardii ogumaa yoo xiqaate guutuu qabu (Minimum Technical standard) Dheerina : yoo xiqaate sm 60 erga damadamamee / takkasha’e Baldhina bu’uraa : 1-1.2m biyyoo tasgabahadhaaf (1H:2V) fi m1.2-1.5 biyyoo tasgabii hin qabneef (1H:1V). Baldhina gubbaa / fixee : sm30 biyyoo tasgabahadhaaf fi for stable sm 50 biyyoo tasgabii hin qabneef .
Soil Bunds Istaandardii ogumaa yoo xiqaate guutuu qabu (Minimum Technical standard) Boyyii : Konnoona ( shape), gadifageenyi fi baldhin haala biyyootiin , qilleesan fi mala qonnaattiin adda baatee qabata . Hidhaa / magara (Ties) : tie width dimension as required should be placed every 6mt interval along the channel. Dheerina sarara : m 30-60 yeroo baayee , garuu m 80 caaluu hin qabu lafa tabbumaan % 3-15 ta’etti . Humna hojiif barbaachiisu: km tokkoof nama 150.
Kallattii deemsa fi Ijaarsa kaabbii (Alignment and Construction of Graded Bund )…. Ijaarsa kaabbii tabbumaa garagara qabatee deemuu (Construction of graded bund) Garagarumaa tabuumaa jiru “line level”n adda baasi . For graded bund go up the waterway or channel where you want the bund to drain into, to the top of the slope. Starting from the waterway, use the line level mark out where to build the bund. Decide the spacing (HI) of the bunds based on the slope. Use sticks to mark out where to begin building each bund down the slope.
Kallattii deemsa fi Ijaarsa kaabbii (Alignment and Construction of Graded Bund)…. Tabbumaa Boyyii (Channel Gradient ): Yoo Roobni guyyaa tokkootti mm 75 kan caalu ta’e fi biyyoon gurracha bishaan kan gadi hin dabarsinne ta’e kaabbiin ijaaramu garagarumaa tabbumaa qabaatee ijaarama . Tabbumaan jiraatu biyyoo salphaaf ( biyoo cirrachumaa baayyatuuf ) %0.1 - 0.2% fi biyyoo gurrachaaf gadi_siquuf % 0.4-0.5 ta’a . Bishhan xiqaatu baha yoo ta’e hanga % 1 fayyadamuun ni danda’ama . Garagarumaan Tabbumaa boyyichaa bishaan saffinaan osoo boyyicha kakaachiisee biyoo irraa hin dhiqee baasuu qabaata .
Kallattii deemsa fi Ijaarsa kaabbii (Alignment and Construction of Graded Bund)…. Dheerini kaabbii tabbumaa garagarumaan deemuu meetira 200 caaluu hin qabu . Dheerini daandii lolaa tabbumaa garagaraatiif ijaaramu asi keessatti meetira 400 caaluu hin qabu (for graded contour). For such length it is better to provide different grade i.e. the bunds should be divided into segments of 100 each and provided different grades (0.1%,0.2% and 0.3%) respectively
56 Ambo woreda
3.Daagaa dhagaa ( Stone bunds Iddoo dhagaa bayinaan jiruti ta`a Daagaa dhagaa isa salphaa fi rakasa Dhagaa sararaan tuulamu kun, waan cimaa fi bishaan ofkeessa dabarsuu danda’uuf humna lolaa ni xiqeessa , ni xuruura , akka biyyoon baatamee dhufu hafee qabamu ni taasiisa ; Saraari tuulaa dhagaa lafa tabbuma hunda keessatii mijata G aruu irra caalaa naannoo rooba 200-750mm waggaati argatu keessatti filatama 58
Daagaa dhagaa (Stone bunds)… Saraari ijaaramu bu’ura boolla xiqqoo gadi qotamu qabatee ya’aa tabbumaa walfakkaatu (contour) qabatee ijaarama . Dhagaan jajjabaan garaa irraa gadee boolla qotameen ni ka’ama . Dhagaan xixxiqaa qaama sarraara hafanii ijaaruuf ni ola . Hata’u malee , bineensoota nama miidhuu dand’an kan akka Tuqaa (rodents), Bofaa (snakes kkf , iddoo jireenya ta’uu waan danda’aniif yoo ta’e malee , kaabiin saraara dhagaan ijaaramuu kun mala daagaa ittii fuufiinsaan taajiluu danda’u ta’ee ilaalama . Garuu , kaabiin dhagaa kun yeroo yeroon akka lolaan qaawa ykn boyii tarsa’e dhagoota jiddutti hin uumne hordofaa suphuu barbaada . 59
Stone Bund… Stone bund; It is an embankment or ridge built along the contour using stones.
Daagaa dhagaa Defn: It is an embankment or ridge builtalong the contour using stones.
Daagaa dhagaa
Daagaa gama laman dhagaa biyyoo /Double stone faced soil bunds
Daagaa dhagaa
Daagaa dhagaa fula isaa biyyoo /stone faced soil bund Stone faced soil bunds Defn : Stone faced soil bunds are bunds further strengthened with a stone wall or riser on one or both sides of their embankment. Strengthening may take place only along depression points or throughout the entire length of the embankment.
Stone faced soil bunds…. Fig. Stone faced soil bunds
A. DAAGAA BARCUMAA DIRIIRAA Mijaataa kan ta’u R ooba giddugaleessa , Biyyoo gadi fagoo fi bishaan sirritti of keessa dabaarsu . Roobni naannoo sanaatti roobu baay’inaan biyyoodhaan qabaatama .
B.Daagaa barcumaa gara keessatti dhundhuluu Mijaata kan ta’u : roobaa guddaan jiruutti , lafa olkaa’iinsi isaa guddaa ta’e fi biyyoo bishaan sirritti of keessa hin dabarsineetti . Tokko tokkoon qarqara afaan daagaa kana irratti lolaa kan lolaasuu mijaatu qaba . Bishaan afaan daagaa irraa ba’u iddoo mijaata daandii lolaa margaan uwwifamee ta’u qaba .
C .Daagaa barcumaa gara alaatti dhundhulu / Bench terrace sloping outwards/ Mijaata kan ta’u N aannoo rooba muraasatii G adifageenyi biyyoo xiqqaatii lafa olka’iinsa guddaa qabu gara giddugaleessatti / xiqqaa / fiduuf fayyada . Jiidhinsa biyyoo keessatti qusachuu fi midhaan biqilchuuf . Qarqara afaan bo’ii dhundhulchuun bishaan irraa hafee gara daandii lolaatti galchuu fayyada
Dhundhula jalqaba Gubbaa daagaa
…. West Hararge zone , Shanan dhugo ganda Qufan ziq
Adeemsa daagaa barcumaa itti qiyyaasamu TARTIIBA 1 . Akaakuu daagaa hojjetamu murteessu : Haala rooba fi biyyee naannoo sanaa irratti hundaa’uun ; Fkn naannoo rooba giddugaleessa argatan fi biyyoo sirritti bishaan of keessa dabarsu ta’ee irratti daagaa barcumaa gara gubbaatti diriiraa ta’eetu gorfaama .
TARTIIBA 2 . Dheerina daagaa murteessu Kunis kan murtaa’u hammaa fi boca iddoo itti hojjetamu , digirii meeqan akka muramu /degree of dissection/, kan bishaan of keessa dabarsu fi dhiqaminsa biyyoo . Nannoo haala qilleensa gammojjummaa qabutti Kallattii tokkon hanga meetira 100 caalaa dheerachuu hinqabu . naannoo gogiinsa fi hammi murtaa’ee gogiinsa qabuutti Kanarra dheerachuu danda’a .
TARTIIBA 3 . Olka’insa Daagaa murteessu Gosa daagaa hojjetamu fi tabbummaa isaa murteessu . daagaa diriira / bishaan baasuu hojjechuuf hamma roobaa fi gosa biyyoo irratti hunda’uun murteessu . Garaa garummaa tabbummaa dalgee murteessu.decided for latera gradient (gradient of bench terrace along the contour) fi garaagarumma tabbummaa barcumaa (gradient of bench along the slope or the slope of the flat part).
Itti fufa … daagaa diriiraa moo bishaan baasuu akka hojjennu filachuu ; kunis hammaa rooba fi gosa biyyee irratti hunda’a . Daagaa barcumaa diriiraa , dhundhulli gara keessatti fi gara alaatti ta’ee keessa kam akka hojjennu murteessuu
Itti fufa … Naanoo gogiinsa ykn g/ galeessa gogiinsa ta’eetti , dhundhulli dalgee (horizontal gradients) isaa 0.5 % gadita’uqaba .(less than 0.5 %) Daagaa dhundhulli gara keessatti / garaduubatti conqola’uuf , 5% gara galchuu ; Daagaa dhundhulli isaa gara alaatti ta’eef 3% ta’a . The reverse grade for an inward/reverse-sloped terrace is 5% while the outward grade for an outward sloped terrace is 3%.
TARTIIBA 6 . Addan fageenya daagaa barcumaa Erga bal’inni fi dhundhulli tilmamaame booda , garagarummaan daagaa giddu jiru /Vertical interval/ hima salphaatiin herreegama . Garagarummaan daagaa /VI/ olka’insa garagarummaa daagaa walitti aanan laman gidduu jiruudha . VI= (S* Wb ) / (100 – S* U) Where :- S is land slope in percent (%), / dhundhula lafa % Wb is the width of the bench, and / Bal’ina barcumaa U is the slope of the terrace riser or side slope . / dhundhula daagaan itti kaabamu
Itti fufa … Reeshoo Dalga - dhaabbiitti : maashinaaf 1( tokko ), humna namaatiin yoo ta’ee kan biyyoorra hojjetamuuf 0.75 , kan Dhagaarra hojjetamuuf 0.5, tooftaa herregaa / hima / keesatti galchuun fayyadamna Use a horizontal to vertical ratio to put into the equation such as 1 for machine built terraces, 0.75 for hand-made terraces with earth material , and 0.5 for stone terraces .
Fakkeenya:1 The VI of 3m wide bench, hand made built, on (40%) slope is as follows VI = (40 *3) / (100 – 40 *0.75) = 120 / 70 = 1.71m Olka’insi garaa garumma daagaa laman gidduu (VI) kan beekamu gidduu daagaa walitti ananii kan hin muramne kan hin guutamne laman safaruudhaan .
TARTIIBA 7. Dheerina daagaa ittin ol ka’uu fi dheerina ittin duubatti conqola’uu herreguu / height of the riser and reverse height/ Dheerina o lka'iinsa daagaa fi olka'iinsa duubatti deebi‘uu . Meeshaan ittin olka’uu biyyoo damaddamaame,margaan uwwisuu ykn dhagaa ta’u qaba . Daagaa diriiraadhaaf olka’insi daagaa gidduu /VI/ fi dheerina daagaan itti olka’u walqixa ./ VI equals the height of the riser/ For reverse sloped terraces, the VI needs to add a reverse height to get the total height; Daagaa dhundhulli duubatti conqolaa’uu ; dheerina waliigala argachuuf olka’insa daagaa gidduu jiruu (VI) irratti dheerina daagaa duubatti deebi’uu . ( reverse height) ida’uudhaan
Itti fufa …. The reverse height can be easily calculated by the following equation: RH = Wb * 0.05 Ol dheerina daagaa ittiin duubatti conqola’uu (Reverse height) kan herreegamuu himoota kanatti ananiin . ol dheerina duubatti conqola’uu = Baal’ina barcumaa *0.05 RH = Wb * 0.05 Where: Kunis RH is reverse height, oldheerina duubatti conqola’uu Wb is width of bench, bal’ina barcumaa / iddoo oomishaaf oolu qofa / 5% is the reverse slope. / Parsaantii shaniin duubatti conqola’aa /
TARTIIBA 8. Bal’ina daagaa barcumaa /Width of terrace/ Bal’inni daagaa kan argamu bal’ina barcumaa / wb / fi bal’ina olkaabamu / wr / walitti ida’uudhaan . Bal’ina olkabamu kan herregamu dheerina olkaabamu baay’isuu dhundhula ittin kaabamu (‘U’ riser slope) Wr = Hr * U Where : kunis Wr is the width of the riser, Bal’ina kaabii Hr is the height of the riser, and ol dheerina kaabii
Itti fufa … ’U ’ kan bakka bu’u dhundhula ittin olkabaamu kunis tokkoo (1) daagaa maashinaan hojjetamu , 0.75 daagaa harkaan hojjetamuu biyyoo fayyadamuun , 0.5 daagaa dhagaan hojjetamuuf U is the slope of riser giving value 1 for machine built terrace, 0.75 for handmade terrace with earth material, and 0.5 for stone made terrace. Bal’ina Daagaa haala armaan gaditiin arganna . Bal’ina Daagaa = bal’ina kabii + bal’ina barcumaa : Wt = Wr + Wb
Bal’ina daagaa barcumaa /Width of terrace/ Bal`inni daagaa barcumaa kun ammala biyyoo fi akkata barbadame irraatii hunda`a Baajaa keenya irraatii hunda`u ni danda`a Akkataa itti hojanu fi maalii akka hojennu irraatis nii hunda`a (Nama fi Mashinin )
TARTIIBA 9. Dheerina daagaa herreguu Dheerinni daagaa kan murtaa’u , Hammaa fi boca iddicha fi digirii lafti ittin qoqqodame .
Itti fufa … Muxannoo darban irratti hunda’uun , Kallattii jallina tokkootti meetira 100 ykn meetirri 200 kan gorfamaa Daagaa dhundhulli duubatti conqola’uu ykn Daagaa bishaan baasuu . Dhundhulli bishaan ittin dhangala’uun 0.5 % hanga 1 % haala roobaa fi biyyoo irratti hundaa’a . Dheerina naxalaa /leaner length L) kan ibsamu meetira (m), Heektaraa (ha), kan ibsamu ta’e akka armaan gadiitti herreegama . L = 10,000 / Wt Where : - kunis Wt is the width of terrace/ Bal’ina daagaa /
TARTIIBA 10. Lafa qulqulluu / Oomisha / /Net Area/ herreguu Yeroo daagni hojjetamu lafa achii keessa oomishaaf oolu qonnaan bulaa beeku qaba . Farmers are interested in knowing the net area for cultivation when terraces are to be built. Lafti oomisha (NA) kan ibsamu (m² ) yoo ta’u , kan beekkamu dheerina naxalaa (L) baay’isuu bal’ina barcumaa ( Wb ) NA = L* Wb Jechuun NA – net area, L- Lenear length, Wb - width of bench Parsaantii Lafti oomisha ykn parsaantii lafa barcumaa ( Pb ) kan beekkamu haala armaan gaditiin Pb (%) = NA / 10,000 *100 Kunis : Pb - Percent of bench,
Itti fufa … Qabeen hamma muramu fi guutamu heektaraan herreegamu danda’a . V = C* L kunis :- V is the volume ,= qabee C is the cross-section, and = baal’ina muramu L is the linear length per ha .= dheerina naxalaa
( 9) Gadi fageenya muramu /Depth of cut Gadi fageenya muramu argachuu barbaachisaadha . Hammaa biyyoo murame safaruun iddichan walbira qabu Compare with the soil depth measured in the field. Bal’ina barcumaa xiqqeessu barbaachisa ; Hammaa gadifageenya murame biyyoo iddichaarra muramuun akka walmadaaluuf .
Humna nama kan hojjetamu Daagaa muramu fi guutamu t arkaanfii suuta suutan rawwatamuu qaba . Daagichi kan hojjetamu biyyoo yoo jiidhinsa xiqqoo qabaate . Mala 1 Daagaa gaara gubbaa iraa hojjechuu eegaluun gara gadiitti gadi buusu .
Mala 2 Filmaatni bira,Daagaa gaara jala gara gubbaatti / oliitti jalqabuun hojjechuu ni danda’a .