labsii lafa baadiyygjhfdsw5yhyaa 2018.pptx

abdi68694 7 views 16 slides Oct 25, 2025
Slide 1
Slide 1 of 16
Slide 1
1
Slide 2
2
Slide 3
3
Slide 4
4
Slide 5
5
Slide 6
6
Slide 7
7
Slide 8
8
Slide 9
9
Slide 10
10
Slide 11
11
Slide 12
12
Slide 13
13
Slide 14
14
Slide 15
15
Slide 16
16

About This Presentation

fgyuiiihgfsssd


Slide Content

Godina Harargee Bahaa Waajjira Galiiwwanii Aanaa Makkanniisa Oromoo Karooraa fi Raawwii Galii 2017 Fulbaana bara 2017 Makkanniisa

Qabiyyee Gabaasaa Seensa Hojiilee Ijoo Galma Kaayyoo Kallattii Fuula duraa

Seensa Karoora Imala Badhaadhinaa akka mootummaa naannoo Oromiyaatti bahe hojii irraa oolaa jiru milkeessuuf akka Aanaa Makkanniisa Oromootti bara 201 8 karoora wagga qopheeffanne hojii keessaa erga gallee ji,a Lama Keessa jirra . Sochii Hangaa Ammaan Hojiin karoorfame akkaataa karoorfameen galma gahuu isaa mirknaneessuuf galmoota ijoo fi agarsiiftuu ijoo ta’an irratti hundaa’uun yeroo yeroon xiinxalaa adeemuun hojiin milkeessine akkaataa kamiin akka milkaye , Kan hin milkoofne immoo maaliif akka hin milkoofne xiinxalaa fi gamaaggamaa deemuun tarkaaffii sirreeffamaa fudhachuun gumaachi innii galma gahiinsa karoorichaaf qabu olaanaa dha .

1,Ergama (mission Hojiirraa Olmayaa Imaammattootaa fi tarsiimoowwan Misoomaa fi Bulchinsaa gaarii gahuumsaan hordofuu , deeggaruu fi raawwachiisuun ummata godinichaa fayyadamaa godhuudha . Mul’ata Baraa 2022`ttii Godinoota Oromiyaa keessaa Godinaa akka biyyaattii fakkii badhaadhinaa ta`e arguudha . Duudhaalee Kaayyoo tarsiimo’aa manaa hojii haalaa walitti hidhaminsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen bulchinsaa sadarkaa sadaarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qaba . Haaluma kanaan , tokkoon tokkoon caasaa mana hojii keessatti calaqqisu Qabuu akka armmaan gaditii ibsamee jira :- Kanaaf , ji,aa 1 darbee keessatti xiyyeeffannaan hojiin hojjatame akkuma jirutti ta’ee harca`atii hojii mudate sirreessuuf ciminoota mul’atan akka galteetti fayyadamuun yeroo nuuf hafe keessatti karoora arifachisaa guyyoota 90 (Quick Fix Plan) harcaatiiwwan turan yaada keessa karaa galchen qopheessuun Guyyoota 9 keessattii karoora qabane xummurun galma qabane biraa gahuf humna qabnuu hundaa qindeessine sadarka hundattii halkanii fi guyyaa xiyyeeffaannoo addattin hojjachuuf karoora qopha`edha

1,Ergama (mission Hojiirraa Olmayaa Imaammattootaa fi tarsiimoowwan Misoomaa fi Bulchinsaa gaarii gahuumsaan hordofuu , deeggaruu fi raawwachiisuun ummata Aanichaa fayyadamaa godhuudha .

Mul’ata Baraa 2022`ttii Aanota Godina Hararghee Bahaa Keessa Aanaan keenya akka biyyaattii fakkii badhaadhinaa ta`e arguudha .

Duudhaalee Kaayyoo tarsiimo’aa manaa hojii haalaa walitti hidhaminsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen bulchinsaa sadarkaa sadaarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qaba . Haaluma kanaan , tokkoon tokkoon caasaa mana hojii keessatti calaqqisu Qabuu akka armmaan gaditii ibsamee jira :-

KAROORA FI RAAWWII WAAJJIRA GALIIWWANII AANAA MAKKANNISA OROMOO Gibira lafa Baadiyaa KAROORA FI RAAWWII WAAJJIRA GALIIWWANII AANAA MAKKANNISA OROMOO Gibira lafa Baadiyaa Kan Bara 2018 fi 2017

Akka Waajjira galii Aanaa Makkanniisa Oromootti Galiin bara darbee haala parsta 100%olii xumure Galii bara 2017 Galii idillee Karoora qarshii =11,914,454 Raawwii qarshii =15,163,240.60Parsata=127 % Galii Mana Qopheessa 2017 Karoorii qarshii =1,810,573 Raawwii qarshii =471,662Parsata=24.48 % GaliiKEESSO0 Karoori qarshii =2,109,512 Raawwii qarshii =2,437,171Parsata165.35%

Lakk Maqaa Gandootaa KAROORA FI RAAWWII HEKTARA Karoraa qarshiin 2017 Raawwii Qr.bara 2017 Kan sassaabame hafe 2017 PS% SADARKAA KAROORA RAAWWII 1 CIRRIILEE 380 380 152,150 152,150 100% 1ffaa 2 DIRREE MISOOMAA 124 114 49,600 45,900   92% 2FFAA 3 MOJOO 183 136 73,200 54,600 5,600 74%   3FFAA 4 ARBAID 443 259 177,000 103,600   58.5% 4FFAA 5 BALLEEYGAA 372 214 148,600 85,600   58% 5FFAA 6 CAFFEE AANNANII 375 209 149,800 83,700   56% 6FFAA 7 TURQEEYLOO 600 325 240,000 130,360     54% 7FFAA 8 BADHAADHINA 516 277 206,220 110,700 10,500 53%   8FFAA 9 TULLUU ADAAMAA 460 246 184,000 98,690 4,566 53%   9FFAA 10 BIIFTUU QABBANAA 434 178 137,560 71,400   52% 10FFAA 11 FIRII QABSOO 525 262 210,060 105,000   50% 11ffaa 12 HASSAN EEYBOO 540 266 216,000 106,600     49% 12ffaa 13 MAKKANNIISA OROMOO 376 181 15O,280 72,237 18,677 48%   13ffaa 14 ODAA MISOOMAA 260 120 104,000 48,087     46% 14ffaa 15 ODAA JAALALAA 444 206 177,680 82,557     46% 15ffaa 16 AMBOO 422 177 168,640 70,860     42% 16ffaa 17 KOORALEY KAABAA 578 220 231,300 88,350   38% 17ffaa 18 TULLUU BADHAADHINAA 585 200 233,900 80,200 2,492 34%   18ffaa 19 TURAANOOD 611 172 244,600 69,000   28% 19ffaa 20 BIIFTUU GANAMAA 600 158 240,000 63,200   26% 20ffaa 21 TULLUU AANNANII 660 133 264,000 53,300   20% 21ffaa IDA,A 3,758,590 1,674,738,25

Akka waligalattii raawwiin galii bara 2017 akka waajjira galii Aanaa makkanniisa oromoottii raawwiin Keenya parsanta a 100%oliin xumurre kunii milka,aiina koree Aanaa Keenyaa fi akkasumaa B ulchiitoota G anda Aanaa makkaniisa Oromoo fi seektaroota Aanaa Makknniisa Oromoo hunda galataatu isiniif mala.

Kun akkuma armaan gadiittii argiitan kana Akka Godina H/ Bttii Sadarkaa 1ffaa akka Naannoo OromiyaattiIs 1ffaa

Waajjirri galiiwwanii aanaa makkanniisa oromoo bara 2018 karoora nuuf kenname raawwii bara darbee caalaa humna Qabnu duguugnee fayyadanee karoora xiiqii qabanne akka milkeessinu abdiin qaba isiniis akka nuwaliin dhaabattan waamicha koo dabarsuun barbaada Kanaafuu karoorri nuuf kenname 1.Galii idilee = 18,229,115 2.Galii mana qopheessa =2,800,303 3.Galii keesso =3,023,172 Maddoota galii galii idilee irraa argannu 1.Lafa baadiyyaa irraa = 4,000,000 2.Gibira miindaa =12,000,000 3.Daldalaa sad.C irraa =200,000 4.Projectiirraa=2,029,115 Walii gala=18,229,115 Kanaaf tumsi keessan akkaan nu barbaachisa .

Lakk Maqaa Gandootaa karoora bara 2018Hek/ irraa sassaabamuu qabu Qarshii karoora bara 2018 Raawwiin 1 MAKKANNIISA OROMOO 495 198,000     2 ODAA JAALALAA 445 178,000     3 AMBOO 378 170,00     4 ODAA MISOOMAA 344 137,600     5 BADHAADHINA 462 208,000     6 HASSAN EEYBOO 488 220,000     7 TURQEEYLOO 644 257,600     8 TULLUU BADHAADHINAA 300 135,000     9 TULLUU ADAAMAA 461 184,400     10 MOJOO 2 5 7 128,800     11 CIRRIILEE 6 4 3 222,000     12 TURAANOOD 372 148,800     13 TULLUU AANNANII 366 165,000     14 KOORALEY KAABAA 515 232,000     15 FIRII QABSOO 471 212,000     16 DIRREE MISOOMAA 322 128,800     17 BALLEEYGAA 433 173,200     18 CAFFEE AANNANII 400 180,000     19 BIIFTUU QABBANAA 411 164,400     20 BIIFTUU GANAMAA 3 9 3 245,000     21 ARBAID 5 5 1 180,000       Ida,ama 9,1 5 1 3,6 6 , 4 00                
Tags