maintenance works History useful machinaries.pptx

ssuser9582c3 7 views 7 slides Sep 12, 2025
Slide 1
Slide 1 of 7
Slide 1
1
Slide 2
2
Slide 3
3
Slide 4
4
Slide 5
5
Slide 6
6
Slide 7
7

About This Presentation

Machinaries


Slide Content

BOTTEE BISHAANII /Shower Truck Kanaaf BDLO Konkolaattota akkanaa shanii fi Konkolaattota Moodifikeeshiniin hojjatamanii bishaan baatanii fi facaasan kudha lama qabatee hojii keessatti argama .

Eksikaavaatara Maashinni kun akkuma suura irraa mul’atutti cirracha filatamaa Daandiin ittiin hojjatamu ni oomisha ni fe’a , tuubboowwan cufaman ni bana Diichii ni baasa . Biiroon maashina akka kanaa sadii kan hojii keessa jiranii fi tokko suphaan isaa xumuramaa jiru kan qabu yoo ta’u hanqinni maashina kanaa bal’aadha . Eksikaavaatara

Ruulloo /Roller Daandii hojjatamu walqixxeessuudhaan Daandichi qulqullina fi umurii akka qabaatu taasisa . Ruulloo Smooth Compactor

Gireedara /Grader Hojii ijaarsaa fi suphaa Daandii keessatti Gireedarri maashina baayyee barbaadamuudha . Ni cirracha filatamaa daandiin ittiin hojjatamu ni diriirsa , bo’oowwan lolaa ni qulqulleessa , digirii barbaadamuun qarqara daandii ni kuta , walqixxeessa . Kanaafuu ORLBN maashinaroota kanneen of harkaa qabu suphuu , kunuunsuu , fi haaraan bakka buusuun waan dirqama ta’udha . Grader

Dozer Maashinni kun maashina hojii ijaarsaa keessatti akkaan barbaada,mu ta’us akka Biiroo keenyaatti hanqinni maashinaroota kanaa xiqqaa fi fedhii jiruun wal hin gitneef haala ittiin argamuu danda’u irratti hojjatamee fedhiin jiru guutamuu barbaachisa . Dozer

Loodara Maashinni kunis hojii fe’iisaa , qulqulleessuu diriirsuu waan hojjatuuf maashina baay’ee barbaachisaadha . Kanaafuu maashinaroota kanneen amma suphaa fi sarvisii barbaachisu gochaa akka tajaajila yeroo dheeraa kennuu danda’an gochuu barbaachisa . Wheel Loader

Loobeedii Maashinaroota ijaarsaa yeroo fi iddoo barbaadamutti Geejjibsiisuun hojii baayyee murteessaadha . Kanaafuu Konkolaattota maashinaroota Geejjibsiisan kanneen dullooman suphaa cimaa barbaadanii yeroon bal’aan suphaa isaanii irratti dhumaa waan jiruuf konkolaattota kanneen haaraadhaan bakka buusuu fi suphaa cimaan raawwatamee bobbiin isaanii hammayyeessuu barbaachisa . Lowbed
Tags