Dhiy 5ffaa(Tuqaa)(5ffaa)Afaan Oromoo Kutaa 4ffaa.pdf

zewudehaile080 4 views 15 slides Nov 03, 2025
Slide 1
Slide 1 of 15
Slide 1
1
Slide 2
2
Slide 3
3
Slide 4
4
Slide 5
5
Slide 6
6
Slide 7
7
Slide 8
8
Slide 9
9
Slide 10
10
Slide 11
11
Slide 12
12
Slide 13
13
Slide 14
14
Slide 15
15

About This Presentation

Ikjhh


Slide Content

Biiroo Barnootaa Bul.Magaalaa
Finfinneetti
Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 4ffaa Sam.2ffaa

Barannoo 5ffaa
•Malattoo Tuqaa(.)

• Mallattoo Gaaffii(?)fi

• Mallattoo Qoodduu(,)

Kaayyoo Barannichaa


•Dhuma Barannoo Kanaatti Barattoonni;

• Mallattoo tuqaa,qoodduufi adda ni baafatu.

• Hima keessatti faayidaa isaanii ni ibsu.

Gaaffilee Shaakallii




•1.Faayidaan Malattoo tuqaa,Gaaffii fi qoodduu maali jettee yaadda?





• Fakkeenyaaf:

•A.Lakkoofsa Waraqaa Eenyummaa.

• L.W.E.

•B.Lakkoofsa Saanduqa Poostaa.

Mallattoo Tuqaa
•Faayidaa Isaa

•1.Himni tokko xumuramuu isaa agarsiisa.

• Fkn. Tolaan poolisiidha

• Tolaan poolisiidha.

Kan Itti Fufe...

•2.Jechoota kottonfachiifnee barreessuuf.

• Fkn.

• Lakkoofsa lakk.

• Fakkeenya. Fkn.

• Doktoora. Dr.

•3.Gabaajessinee barreessuuf

• L.S.P.

Mallattoo Gaaffii

Faayidaa Isaa

Dhuma hima deebii barbaaduu gala.
Jechoota Gaaffii of keessaa qaba.

Isaanis kanneen akka;

Yoom

Eessa

Eenyu

Maal

Akkamitti fi k.k.f

Mallattoo Gaaffii
Fakkeenyaaf

1. Lukkuu kana meeqaan bitte?
•2.Loomii meeqa feeta?
•3.Caatuun maal gochaa jirti?

Gaaffilee Shaakallii


•Gaaffilee armaan gadii mallattoo Gaaffii iddoo barbaachisu galchi!

• a). Waggaan kee meeqa

• = ____________________
• b). Eessa deemaa jirta
• = -----------------------
• c). Yoom dhalatte

• _____________________

• d). Maaliif dhufte

• = ______________________


Deebii
•a)Waggaan kee meeqa

• = Waggaan kee meeqa?

• b). Eessa deemaa jirta

• = Eessa deemaa jirta?

• c). Yoom dhalatte

• = Yoom dhalatte?

• d). Maaliif dhufte

• = Maaliif dhufte?

Mallattoo Qoodduu

• Faayidaa Isaa
•1.Wantoota Hima tokko keessatti tarreeffaman
addaan baasuuf.
• Fkn.Caalaa Caaltuufi Lataan obbolaadha
• Caalaa,Caaltuufi Lataan obboladha.
• 2. Guyyaafi Bara addaan baasuuf
• Fakkeenyaaf
• Inni Fulbaana 20,1989 dhalate.

Deebii

•A).Ayyaantuun gabaa dhaqxee xaafii, qamadii,
shonkooraafi soogidda bittee galte.

•B).Dhala namaatiif bishaan, soorataafi manni
bu'uura.

Hojii Manaa

•Gaaffilee armaan gadii mallattoo tuqaa,Gaaffii qoodduu iddoo barbaachisu galchi!


•1.Guyyaan har'aa maali

• =__________________

•2.bokkaan roobe

• = _________________

•3.Adurree Saree harreefi loon horii manaati

• = _________________

Cuunfaa


•Barnoota keenya har'aa keessatti:

• Mallattoon tuqaa dhuma hima xumuramee gala.

• Gabaajessuufi kottoonfachiisuuf

• Mallattoon gaaffii dhuma hima deebii barbaaduu gala.

• Mallattoon qoodduu waan tarreeffame adda baasa.

Xumurameera

•Koronaa Irraa Of Eegaa


•Qopheessaan:Alamuu Abrihaam


• Adooleessa,2012
Tags