Murtiin dura raawwiif wabii akka ta’an faloonni adda addaa ni kennamu M/ Alidaa raawwiif fedhii hin qabne qabeenya aangoo tooraa M/M keessaa akka hin baafne . Ofiifis akka hin miliqne M/A/ idaa gochoota raawwii gufachiisuu danda’an kan biroo akka hin raawwanne ittisuu Protective measures invoked by pff . 3
1. Qabama Murtiin Duraa (kwt.147-150) Qabamiinsi kun haala addaati (Exception) Arrest before judgment is security for appearance Ulaagaawwan guutamuu qaban kwt . 147 jalatti tumameera . M/M ajaja kan kennu bu’uura kwt . 148 (1) tiin himatamaa dhageefachuu qaba . Himataan waan iyyateef qofa osoo hin ta’in M/M/ if a prima facie case is proved by plaintiff” ta’uu of eegannoon mirkaneefachuu qaba . M/M tti amannaan himatamaan bu’uura kwt . 148 tiin wabii himannoon walgitu akka dhiyaafatu ajajuu qaba . YKN hanga baatii 6 tiif “ civil prison” keessatti ni hidhama . 4
2. Kabachiisa Murtiin Duraa (Attachment Before judgment) ( kewt . 151-153) Sirni kun “”” scurity for production of property” jedhama . Sababni isaas himatamaan M/A/ idaa yoo ta’e qabeenyicha akka dhiyeessuuf ajaja kennamu . It is aguarantee for execution of adecree Ajajinni kun kan kennamu ulaagaawwan kwt . 151 (1) jalatti tarraa’an yoo guutaman . Gochoonni kewt . 151 (1) (a) fi (b) jalatti caqafaman jiraachuu . Gochoonni kunniinis raawwii gafachiisuuf ykn tursiisuuf yaadamuu (intention to obstruct or delay excution ) 5
Before granting plaintiff’s prayer for attachment before judgment, the court must be satisfied that there is a bona fide or prima facie that a plaintiff has a cause of action. Bu’uura kwt . 152 fi 153 tii M/M qabeenyicha kabachiisuu dura wabii akka dhiyeefatu himatamaa gaafachu qaba . Bu’uura kwt . 153 (1) tiin kabachiifni raawwii murtiitiif akkaataa raawwatamuttii dha . ( kwt.414) Kabachiisni kun qabeenya socho’u qofa ilaallata . ( kwt.151) Kabachiifni qabeenya hin sochoonee bu’uura 3044 fi 3074. 6
3. Ittisa yeroodhaa (Temporary injunction) kwt.154-159) Its purpose is the maintenance of the property in dispute pending final determination of the case ( qabeenyi falmiif bu’uura ta’uu ) Yeroo falmiin dhaddacharra jiratti himatamaan waan tokko akka hin raawwanne ykn akka raawwatu ajajuudhaan . As final deeree as injunctive relief. Ajaja akkanaa kennuuf ulaagaawwan kwt .154 fi155 jalatti tarraa’an guuttamuu qabu ( to preserve the thing or the subject of the dispute) Ajaja kana kennuuf iyyata dhiyaate hogguu qoratu m/m wantoota armaan gadii mirkaneefachuu qaba Wr the petitioner has made out a prima facie case Wr the balance of convenience is in their favour . W/r the petitioner would suffer irreparable injury . 7
If a court is satisfied that there is a danger to an immovable property an injunction would ordinarily be granted; if it is movable the court should consider w/r any injury to the property can adequately be compensated for by way of damages Kwt.154 (a) is clear, but Art. 154 (b) s’d be constructed to be applicable only where a creditor on a pre- existing obligation is suing to prevent such conduct from taking place, but where the pff . Is suing to recover on an unascertained claim, he s’d be proceeded by way to attachment. 8
4. Interlocutory Order ( kwt . 160-165) Qabeenya ykn wanta falmiif bu’uura ta’eef eegumsa laatuuf ajaja kennamu It is any order that the court considers necessary and expedient to made pending the determination of the suit ( eg . The custody of minor and the payment of alimonies) Kanaan ala ajajoonni akkanaa haala addaatiin akkaataa itti kennamu (specific kinds of interlocutory orders) seerichi kaayeera . Kwt . 160 Kwt 164 9
5. Bulchaa muuduu (Appointment of Receiver) (kwt.166-169) It is for protecting the property that is the subject matter of the suit pending the determination of the rights of the parties Ulaagaawwan kwt . 166 guutamuu qabu The removal by the defendant of a substantial amount of property under suspicious circumstances during the pendency of a suit involving ownership of that property w’d be good ground for appointment of receiver. 6. Affixing of seals and making of inventories (kwt.kwt. 170-175) 7.Habeas corpus (kwt.177-179) 10