WAJJIRA PAARTII BADHAADHINA DAMEE MAGAALAA SANBATEETTI RAAWWII BARA 2017 FI KAROORA PAARTII BARA 2018
2
Seensa bulchiinsi magaalaa keenyaa eerga hundaa’e waajjiroota misoomaa 12 fi waajira paartii tokko of jalatti kan qabu yommuu ta’u akka waliigalaatti hojjiiwwan gama Paartii hojjataman kan bara 2017 fi karoora bara 2018 qindeessun akka armaan gaditti dhihaatu taha . 3
Mul’ina , Ergama , Galma , Kaayyoo fi Duudhaalee hordoffii Mul’ina (vision) Bulchiinsa Magaalaa Keenya Keessatti Mirgi Namummaa Fi Diimookraasii Itti Mirkanaa’ee Fi Bulchiinsii Gaariin Itti Dagaagee Misooma Hunda Galeessa Fi Ariifachisaa Kan Itti Galmaa’ee Fi Jireenyaa Jiraattootaa Magaalichaaf Mijaawaa Taate Arguu Dha . Ergama (mission ) Dhaabbileewwan Dimookiraasii Fi Bulchiinsa Gaarii Cimsuu , Gocha Deggarsaa Fi Hordooffii Raawwachuu Fi Dhaabileewwan Mootummaaf Waldaalee Sivikii , Hawaasichaa Fi Gaggeessitootaaf Tajaajilaa Deggarsaa Waligalaa Kennuu Dha . 4
Waajjira paartii B adhaadhinaa D amee Magaalaa Sanbatee Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 Fulbaana 2018 Sanbatee Tokkummaan yaadaa fi Gochaa injifannoo fi Milkaa’ina guddaaf !!
Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 magaalaa keenya qabeenya uumamaa fi humna namaa qabu fayyadamuun siyaasaan,dinagdee fi h awaasummaan dorgomaa ta’uuf karoora paartii fi mootummaa qopheessuun raawwataamaa tureera . Bara 2017 keessa rakkoo nageenyaa , misoomaa fi siyaasa magaalaa keenyaa adda baasuun sanadoonni adda addaa qophaa’anii kutaalee hawaasa adda addaa waliin mariin taasifamee bu’aan hedduun galmaa’eera . 01
Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 Magaalaa Sanbatee Kaayyoo fi Galma Karoora bara 2018 Gaggeessaa , Miseensaa fi Ummata keenya birattiYaad-rimee fi sonaawwan paartii keenyaa babal’isuu , dandeettii isaanii ijaaruu , akkasumas hojiiwwan misoomaa fi bulchiinsa gaarii ijoo ta’an adda baasuun hirmaannaa ummataatiin akka raawwataman gochuu . Paartii dhiibbaa uumuu danda’uu fi fudhatamummaan isaa ummata biratti mirkanaa’e uumuu . 02 Kaayyoo
Banaalee mudatan Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 Galmoota karoorichaa 1 .Dhaabbilee keenyaa fi dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti karoora qindaa’aa qopheessuu , sirna gabaasaa fi duub-deebii yeroo isaa eeggate diriirsuu akkasumas hordoffii fi deeggarsa bu’a qabeessa ta’e gaggeessuun faayidaa ummataa mirkaneessuu . 2.Haala Addunyaa , B iyyaalessaa fi Naannoon keenya yeroo ammaa keessa jiran karaa saayinsawaa ta’een xiinxaluu fi deebii ariifachiisaa fi tarsiimowaa ta’e hojiirra oolchuun imala badhaadhina keenyaaf haala siyaasaa mijataa uumuu . 03
3. Gaggeessaa fi miseensota keenya yaad-rimee paartii keenyaa fi haala yeroo irratti mariisisuun dandeettii fi beekumsa isaanii guddisuun tokkummaa yaadaa fi gochaa gaggeessaa mirkaneessuu . 4. Leenjii qindaawaa humna gaggeessaa fi miseensaa guddisuu danda’u kennuun dandeettii raawwachuu fi raawwachiisummaa paartii gabbisuu . 5. Walitti dhufeenya gaggeessaa , miseensaa fi ummataa cimsuun Sirna cimaa ijaaruu . 6. Yeroo hunda marii ummataa yeroo isaa eeggate gaggeessuun hirmaannaan ummataa damee hundaan akka guddatuu fi fayyadamummaan haqa qabeessa akka mirkanaa’u gochuun , fudhatamummaa ummanni paartii keenyaaf qabu guddisuu ; Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 04 Kan itti fufe …
Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 34 Kan itti fufe …. 7. Inisheetiviiwwan paartii keenyaan bocaman sirnaan geggeessuu fi qindeessuun fayyadamummaan ummataa akka mirkanaa’u gochuu . 8. magaalaa keenya keessatti rakkoo bulchiinsagaariitii fi kenniinsa tajaajilaa fooyyessuun , komii ummataa furuun gammachuu ummataa mirkaneessuu . 9. Dhaabbilee barnoota olaanoo / Kolleejjota / magaalaa keenya keessa jiran keessatti hojiiwwan siyaasaa fi gurmaa’inaa hojjechuun dhaloota bakka bu’an horachuu . 05
Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 35 Galma1 . Dhaabbilee keenyaa fi dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti karoora qindaa’aa qopheessuu , sirna gabaasaa fi duub-deebii yeroo isaa eeggate diriirsuu akkasumas hordoffii fi deeggarsa bu’a qabeessa ta’e gaggeessuun faayidaa ummataa mirkaneessuu . Galmicha milkeessuuf hojiiwwan raawwatamuu qaban :- Raawwii hojii karoora bara 2017 qorachuun ciminaa fi hanqina adda baasuu fi karoora bara 2018’f akka galtee tokkootti fayyadamuu . Karoora bara 2018 magaalaa hanga gandaatti bifa walfakkaataa fi walqabataa ta’een akka qophaa’u gochuu . 06 Hojiiwwan Qophii dursaa
Kan itti … Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 Kan itti fufe …… Torbanitti al tokko hojiiwwan damee kanaa irratti hogganoota damichaa waliin mari’achuu . Karoora qophaa’e irratti gaggeessaa fi miseensonni irratti mari’atanii gara hojii qabatamaatti akka seenan gochuu . Caasaa damichaa sakatta’uun humna namaa guutuu . Kurmaanatti sadarkaa magaalaatiin gabaasa qindaa’aa qopheessuun gandootaa waliin hojii damichaa qorachuu . Qorannoo irratti hundaa’uun Ji’a sadii sadiin sadarkaa duub-deebii kennuu . 07
Hojiiwwan boqonnaa gochaa Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 37 Galma 2: Haala Addunyaa , Biyyaalessaa fi Naannoon keenya yeroo ammaa keessa jiran karaa saayinsawaa ta’een xiinxaluu fi deebii ariifachiisaa fi tarsiimowaa ta’e hojiirra oolchuun imala badhaadhina keenyaaf haala siyaasaa mijataa uumuu . Galmicha milkeessuuf hojiiwwan raawwatamuu qaban : Maalummaa , adeemsa fi hojii xiinxalaa siyaasaa irratti hogganoota damee keenyaaf leenjii kennuu . 08 Galmawwan fi Hojiiwwan Ijoo Dhimmoota Siyaasaa
Kan itti fufe … Guyyaa hundaa ragaa walitti qabuun cimsuu fi torbanitti al tokko xiinxala qindeessuun irratti mari’achuun waliigaltee uumuu ( torban , torban lamaa fi ji’aan xiinxala siyaasaa gaggeessuu ) Odeeffannoo dhimmoota addunyaawaa , biyyaalessaa fi naannoo walitti qabuunii fi xiinxaluun hojiiwwan siyaasaa keenyaaf akka dhiyeessaatti fayyadamuu . Galma 3: Gaggeessaa fi miseensota keenya yaad-rimee paartii keenyaa fi haala yeroo irratti mariisisuun dandeettii fi beekumsa isaanii guddisuun tokkummaa yaadaa fi gochaa gaggeessaa mirkaneessuu . Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 09
Galmicha milkeessuuf hojiiwwan raawwatamuu qaban :- Kutaa lama Ji’a lamaan al tokko sanada yeroo irratti gaggeessaa fi miseensa mari’achiisuun , yaada paartii keenyaa irratti dandeettiin isaanii akka guddatu hojjechuu . Laallee badhaadhinaa w aggaatti yeroo lama qophaa’ee dhufu irratti gaggeessaa fi miseensonni akka mari’atan gochuun dandeettii raawwachuu fi raawwachiisummaa isaanii guddisuu . Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 10
Kan itti fufe … Galma 4:- Leenjii qindaawaa humna gaggeessaa fi miseensaa guddisuu danda’u kennuun dandeettii raawwachuu fi raawwachiisummaa paartii guddisuu . Galmicha milkeessuuf hojiiwwan raawwatamuu qaban :- Gandoota fi Aanolee ollaa waliin hariiroo ummataa uumuu fi seenessa waloo cimsuun obbolummaan saba gidduutti akka uumamu hojjechuu Yoo xiqqaate Waggaatti yeroo 3 karoora gabaabaa qopheessuun hariiroo hogganaa fi hogganaa , ummataa fi ummata gidduu jiru cimsuu . Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 11
Kan itti fufe … Galma 5:- Walitti dhufeenya gaggeessaa , miseensaa fi ummataa cimsuun Sirna cimaa ijaaruu G alma kana milkeessuuf hojiiwwan raawwatamuu qaban : Ji’a sadii sadiin sadarkaa magaalaaatti fi Gandaatti ummata dhimmoota nageenyaa , misoomaa fi bulchiinsa gaarii irratti mari’achiisuun hojii fayyadamummaa ummataa mirkaneessuu . M arii ummataa , irraa yaada argame akka dhiyeessaatti fayyadamuun rakkoo ummataa hiikaa deemuu . Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 12
Kan itti fufe Galma 6ffaa :- Yeroo hunda marii ummataa yeroo isaa eeggate gochuun hirmaannaan ummataa damee hundaan akka guddatuu fi fayyadamummaan haqa qabeessa akka mirkanaa’u gochuun , fudhatamummaa ummanni paartii keenyaaf qabu guddisuu Galma kana milkeessuuf h ojiiwwan raawwatamuu qaban : Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 13
Kan itti fufe Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 Sagantaa gargaaramummaa irraa gara oomishtummaaatti ce’uuf jalqabame bu’a qabeessummaan raawwachuun , ummata kadhachuu irraa bilisa baasuu fi of danda’uuf hojjechuu . Hojii siyaasaa carraa hojii uumuu fi fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessu hojjechuu . Hojiiwwan qaala’insa jireenyaa hir’isuuf hojjetaman sochii siyaasaatiin akka raawwataman gochuu . sagantaan Ashaaraa magariisaa cimee akka itti fufu gochuu . 14
Kan itti fufe Galma 7: Inisheetiviiwwan paartii keenyaan bocaman sirnaan geggeessuu fi qindeessuun fayyadamummaan ummataa akka mirkanaa’u gochuu . Galma kana milkeessuuf hojiiwwan raawwatamuu qaban : Kenniinsa tajaajilaa saffisaa , haqa qabeessa fi loogii irraa bilisa ta’e mirkaneessuu . Tarsiimoowwan garaagaraa fayyadamuun hanna , malaammaltummaa fi hoj-maata badaa hir’isuuf hojjechuu . Filannoowwan miidiyaa hunda fayyadamuun hojiiwwan hariiroo ummataa cimsuu fi rakkoo bulchiinsa gaarii hiikuu danda’an hojjechuu . Karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 15
Kan itti fufe Dhaabbilee rakkooleen bulchiinsa gaarii yeroo baay’ee keessatti ka’an adda baasuun deeggarsaa fi hordoffii gahaa gochuu . Sadarkaa hundatti sirna itti gaafatamummaa hojiirra oolchuu . Galmawwan Ijaarsa Dandeettii fi Hojiiwwan gurguddoo :- Galma 8: magaalaa keenya keessatti rakkoo bulchiinsa fi kenniinsa tajaajilaa fooyyessuun , komii ummataa furuun gammachuu ummataa mirkaneessuu . Galma kana Milkeessuuf hojiiwwan raawwataman : karoora Damee siyaasaa fi ijaarsa dandeettii kan bara 2018 16
hoj-maata,qajeelfamoota fi dambiiwwan irratti hubannoo uumuu Kan itti konferansiin gamtaa fi marii maatii sagantaa isaa eeggatanii akka marii’atan gochuu
Galma 3. Ergama ifa ta’e irrattii hundaa’e Sirna ramaddii diriirsuun fi sirna beekamtii fi madaallii dhugoomsuudhaan cimina dhabbata paartii mirkaneessuu kan danda’u hojilee bu’a qabeessaa ta’e hojjachuu . Qajeelfama madaalli irratti hundaaf hubannoo uumuu Qajeelfama madaallii hojiirra oolchuu , bu’aa madaalliitin adda duree fi stookii adda baasuu Beekamtii kennuu madaallii gurmiilee,gaggeessa fi miseensa gaggeessuu
Galma 4.Haala hojmaataa fi seera bulmaata paartiitiin miseensa duraanii qulqulleessuun calallii miseensa haaraa adeemsisuun hojiin bu’ura paartii babal’isuu hojjachuu .