Gaggeessummaa keessatti yaadamni gara qabatamaatti jijjiirama . 27 January 2024 BOWCYA 18 Hin beek u Hin Danda’u Nanbarbaada Akkaamittiin hojjedha ? Yaaluun qaba Nan danda’a Hojjedha
Gaggeessummaan sochii ilaalcha moofaa irraa gara haaraatti taasifamudha 27 January 2024 BOWCYA 19 Amala Moofaa Amala Haaraa
Itttifufa 27 January 2024 BOWCYA 20 Gaggeessummaan soda/ yaaddoo (risk) namootni biroon fudhachuu hin barbaadne fudhachuudha malee waa’ee umurii fi muuxannoo miti ; dhimma haala jiru jijjiiruuf fedhii qabaachuuti .
Gaggeessummaa fi Kominikeeshiinii Akkaa Dharmik , (2013 ), jechi kominikeeshiinii jedhu jecha Laatiin yoo ta’u “ communist ” kan walii jecha . Kanaaf , “ kominikeet ” jechuun akka beekamu taasisuu , kan waliinii taasisuu jechuudha . Kunis kan raawwatu yaadaa fi beekumsa wal-jijjiiruutiin ta’a . Kominikeeshiniin hojii ijoo gaggeessummaati . 27 January 2024 BOWCYA 25
ittifufa 27 January 2024 BOWCYA 26 Gaggeessan haala ifa ta’een yaada of miseensaaf dabarsuu fi yaada ijaarsaa fudhachuuf qophaa’aa ta’uu qaba .
ittifufa Kominikeeshiiniin mana hojii keessatti akka dibataatti (lubricant) ilaalamuu danda’a . Kominikeeshiinii bu’a qabeessi : Eergaa haala ifa ta’ee fi nama hin burjaajessineen dabarsuu , Dandeettiiwwan dhageeffachuu , sochii qaamaa to’achuu , mallattoowwan adda addaa fayyadamuu fi miira namootaa dubbisuu , nama kabajuu , kkf , Odeeffannoo dabarsuutiin olitti kan ilaalamudha , yaadaa fi fedhii namootaa hubachuu barbaada . 27 January 2024 BOWCYA 27
Gaggeessummaan gochaan Waan jedhu raawwachuu kan danda’u , Hirmaannaa kan qabuu fi fakkeenya kan ta’uu danda’u , Gochaa fi sona kan walsimsiisu , Qulqullinaaf kutannoo kan qabu , Rakkoolee hiikuu f kuttannoo kan qabu , Rakkoof kan hin jilbeenfannee ( persistent ) 27 January 2024 BOWCYA 28
Gaggeessummaan Gocha 27 January 2024 BOWCYA 29 Gaggeessummaan Gocha malee T aayitaa (position) M iti .
27 January 2024 BOWCYA 30 Gaggeessitootni beekamoon maaltu akka hojjetamu namatti himu osoo hin taane akkamitti akka hojjetamu argisiisu
Hordoftootni Maal ? Hordoftootni : Namoota gaggeessaadhaan duurafaman ( influenced ) , Aangaawaa ykn kan hin taane , Gaggeessaa ykn walirratti dhiibbaa kan geessisanii fi gaggeessaaf deeggersa taasisuun galma waliiniitiif kan hojjetan , 27 January 2024 BOWCYA 40
Gaggeessan Kamiyyuu Hordoftoota Qabaachuu I saa Mirkaneessuuf Yeroo Y eroon O fduuba Mil’achuu qaba . (Every Leader Needs to Look Back Once in a While to Make Sure That He /She Has Followers .) 27 January 2024 BOWCYA 41
Akaakuu Hordoftootaa
1. Maqxoota (Alienated) O fdanda’anii gadifageenyaan yaaduu kan danda’an ; garuu fedhii malee gahee isaanii kan bahan , Gammadoo kan hin taane fi abdii kutatoo Abbummaa fi ergama mana hojii irraa adda kan of- baasan (distant themselves), R akkoo mana hojii keessatti isaan mudatee irraa ka’uun kan of- maqisan ,
2. Hordoftoota Suuteeyyii (Passive) Ofdanda’anii kan hin yaadnee fi si’ayinaan kan hin hirmaanne , Waan ittihimame hojjechuu qofa irratti kan of- daangeessan , Bu’aa to’annoo garmalee fi adabbii hooggansaa irraa kan maddan ,
3. Hordoftoota Tole J ettoota (Conformist) “yes people ” jedhamaniis ni waamamu , Damaqinaan kan hirmaatan ; garuu gadifageenyaan kan hin yaadne , Ajaja kennameef hunda gaaffii tokko malee raawwatu , Miidhaa fi faayidaa isaa osoo hin xiinxaliin fedhiidhaan hiormaatu , Walittibu’insa (conflict) dhabamsiisuu qofa irratti xiyyeeffatu ,
5. Hordoftoota Bu’aqabeessoo (Effective) Ga’umsa , furmaataa fi dhiibbaa gaarii uumuuf kan hojjetan , Kakka’umsaan kan hojjetanii fi gaggeessitoota kan deeggeran , Yaaddoo balaa (risk) fi walittibu’insa kan hin sodaanne ,
Bu’aqa beessoo (Effective ) … Jijjirama mana hojii isaanii fayyadu fiduuf kaka’umsa kan qaban , Hanqinaa fi cimina mana hojii fi ofii isaanii adda baasuu kan danda’an , Bu’uraa fi utubaa gaggeessaa bu’aqabeessaati , Akka tole jettootaa waan ittihimame qofa kan hojjetan osoo hin taane gaggeessaaf yaada galtee ta’u kan kennan , Hordoftoota biraa irratti dhiibbaa kan uumanii fi yaada kan fudhatan , 27 January 2024 48
Ulaagaalee Gaggeessaa Hoogganaa Yaada Jijjiirama Haala jiru ittifufsiisuu xiyyeeffannaa Nama gaggeessuu Hojii hoogganuu Kan qabu Hordoftoota Ajajamtoota Karoora Kallattii kaa’uu Gadifageenyaan Madda Humnaa Hawwatummaa dhuunfaa Aangoo seeraa Anniisa Fedhii To’annoo Seera Seera hin eegu Seera eeguu Amansiisuu Mariisisuu Ittihimuu Sodaa / yaaddoo fudhachuu olaanaa Xiqqoo waldhibdee Ni fayyadama Ni baqata Daandii Haaraa Kan baratame Ceephuu Ni fudhata Kan biraa ceepha’a BOWCYA 49
Qormaata kamiifuu a bdii hin kutatiin …. EKI & BOWCYA 2017
5 Reasons Women Make Better Leaders Than Men Women listen; I think women are born with an innate understanding that God gave us two ears and one mouth on purpose. women are great listeners. When someone speaks to us about something important, we're there and you better believe we are going to give our undivided attention. We really want to hear what the other person has to say and be there for them in their time of need — an excellent quality in a leader.
5 Reasons Women Make Better Leaders Than Men 2. Women collaborate; Women have a genuine passion for working with others. We like to share ideas and come up with solutions that will be effective for everyone involved in the process. That means that as leaders, we’re good at giving every team member a chance to voice their opinion and be a part of the conversation.
5 Reasons Women Make Better Leaders Than Men 3. Women are positive thinker; having an open mind and heart, and psychologists say that women are more adept at being open, likely because of their motherly instinct and desire to provide for others. This innate compassion means that women are more likely to be supportive of individuals at all levels of their organization, regardless of their rank or title.
5 Reasons Women Make Better Leaders Than Men 4.Women focus on personal growth; Women are readers and learners. We are very open to and interested in finding ways to continuously improve our personal skills. This focus on our development makes us more self-aware, which enables us to have a very strong emotional intelligence, a key trait of successful leaders .
5 Reasons Women Make Better Leaders Than Men 5.Women motivate; Women are natural cheerleaders. We love discovering what motivates people into action and we are excited to hand out words of encouragement, thank-you, gifts for jobs well done and pats on the back,
“ The world needs more women leaders because, quite frankly, we are just better at leading people . With that in mind, I encourage all you women out there to use your natural talents and step up to leadership
Take your Key Today!
8 phrases you should tell yourself every morning "Today is a good day.“ "I love who I am.“ "I am the most important person in this world.“ "I succeed in my endeavors.“ “I am a leader.“ "I am strong.“ "l can do.“ “I am beautiful."