LEENJII HD MARSAA 16FFAATIIF Leenjisaan : Eliyaas Kaasaa (LLB,LLM) Bara 2015
Seerota Leenjichaa 4
Maloota Leenjii Mata duree leenjichaa irratti gaaffilee waliigal a a. Ibsi daree ni kennama Gaaffii n marii (issues) ka ’ e e hirmaanaan taasifama . Gaaffii marii ka’e irratti guudunfaan akka remark t ti ni kaa’ama . Marii n garee taasifamee bu’aan marii ni dhiyaata Bu’aa marii dhiyaate irratti guudunfaan ni tasifama
Mana Murtii Idilee irratti immoo Aangoo mana murtii isa kamtu qaba kan jedhu dursa murteess u u gaafata . Kunis i yyannoo dhiyeessuu hanga murtii ra a wwachisut t i kan haa m matu u dha .(KTAS- Maanuwaalii -2013)
Kutaan kun.. Part 1
Part 2
Kaayyoo Leenjichaa Xumura Leenjii Moojulii Kanaan booda Leenjifamtoonni : Ulaagaa iyyannoo fi rakkoolee jiran sirrittti adda baasuun ni tarreessu furmaata ni kaa'u . Aangoo manneen murtii ilaalchise e rakkoolee jiran adda baas u u fi furmaata kaa’ u u. Sirna kenninsa waraqaa waamichaa adda baasuu fi rakkoolee naannoo sana jiran adda ni baafatu – furmaatas ni kaa’u Barbaachisummaa fi adeemsa makamiinsa falmitootaa adda baasuun ni tarreessu hoj-maata rakkootiif furmaata ni kaa'u
2/6/2023 Elias Kasa . 12
SDFHH Karaadha malee ofii isaatti galmaa miti . Mirgoonni fi dirqamoonni seera muummee keessatti tumaman raawwatamummaa yoo hinqabne hiikkoo hinqaban . SDF barbaachisummaan isaa hanguma Seera Muummee . SDF seera muummee malee naafa , Seerri muummee immoo SDF malee jaamaadha . A procedural architecture or design or a roadmap of civil justice jedhama 2/6/2023 Elias K. 13
Seerri muummee kan garee falmitootaa yoo ta'u SDF immoo kan Mana Murtiiti . Qabxiin ijoon mirgaa fi dirqama gareewwanii seera muummeen tumame Manni Murtii kan ilaallatuu miti .
The basic mandate of courts/ jugdes is to guarantee the means not the end. MM YKN A/S SDFHH keessatti gaheen keenya adeemsicha qajeelchuu fi hoogganuu malee bu'aa dhumaa murteessuu miti . SDFHH cabuun / dabuun rakkoo MM ykn A/ Seeraati ; 2/6/2023 Elias K. 15
In case of apparent contradiction between and among the overriding objectives the need to achieve “justice” will override. Fkn,himataan bellama yoo gaafate kaayyoo dhimmicha si’oominaan ilaaluu ni faallessa (against dealing with a case expeditiously). Garuu beellamichi murtii ykn ajaja haqa qabeessa kennuuf yoo ta’e kaayyoo kanatu caala (the aim to give justice override).
Qajeeltoowwan hiikoo tumaalee SDFHH Kaayyoon SDFHH dhimmoonni HH baasii xiqqaan , siyaa’inaan , haqa qabeessummaa fi bu’a qabeessa ta’een akka hojiirra oolan gochuudha .(no clear provision under our code to these effect) Interpretation of the rules of CPC must be purposive rather than a close analysis of individual words- fknf kwt 78- caption and content Qajeeltoowwan seerota mirga namoomaa hordofuun hiikoo itti laachuu .
Qajeeltoo HM hordofuun hojiitti hiikuu . Fkf kwt.37,25,kwt.35,( family protection and privacy rights) etc. Iddoo iddootti , Waraabbii Afaan Ingiliffaa kan Afaan Amaaraa caalaa hiikoo sirrii kan kennu yoo ta’e raawwatiinsa ni qabaata .(DHIMMWF, jil . 1ffaa-G. 15835) SDFHH Afaan Ingiliffaatiin wixineefamee Afaan Amaaraatti hiikk ame . warabbii Afaan Ingiliizii immoo baay’een isaanii SDFHH biyya Hindii tiin walfakkaata .
SDFHH keenya hogguu ilaallu , Bifa “ decree”tiin labsame …. mariin seera baaftuu irratti hin taasifne . An Imperial Decree- No clear legislative history Indian origin….. Baay’een isaa SDFHH biyya Hindii irraa fudhatame . Historical….. Kanaafu hiikaan haala danda’aameen hiikkoo qabatama jiru irratti kan hundaa’e osoo ta’e bu’aa qabeessa .( Sedler )
Critical interpretation of Civil procedure
Sources of civil procedure law in Ethiopia
Gaaffiilee SDFHH deebisu -WH Questions
Boqonnaa 1
Brainstorming Iyyannoo jechuun maali? m a al fa’a hammata ? Fa aay idaan isaa maali ? Iyyannoon yoom fo o yya’a ? ulaagaaleen iyyannoo fo o yyessuuf fayy a damnu maal fa’aadha ?
Maalummaa Iyyannoo Black’s law dictionary pleading is a formal document of parties to z legal proceedings. See also Civ.pr.art.80(1 ) Blacks law used by cassation (v-13 file 69603, v-15 file 92020, v-13- file 47004 etc) Mana murtiit t i irra jireessi hima n naa fi deebii akka ta’e beekama . Garuu bal’ a adha .
SDFHH keenya hiikaa osoo hin kennin gosoota iyyannoo tarreesse e jira .( Kwt 80(1)) Kunis Mana murtiitti falmiif karaa saaqu ykn deebii barbaadu kamiin iyyuu akka ta’e kaa’ameera .
Falmii gara ijoo dubbii adda bahetti dhiphisuun baasiif dhamaatii hin malle salphisuudhaaf . Abbaan seeraa falmii tokko keessatti daandii irra deemu akka beeku qofa osoo hin taane , eessa akka gahu ykn maal murteessuuf akka deemu (a means to an end) kallattii kan akeekuudha . 2/6/2023 Elias Kasa 37
3. Seerummaa adda baasuuf - SDFHH kwt 182(2)- waan gaafatame ol hin murtaa’uu . Seerummaan adda baafame gaafatamu qaba-kwt 224 jildii 15ffaa lakk.gal.86510- H imannaa keessatti gaaffii seerummaa haala ifa ta’een hin gaafatamne irratti falmii keessatti yoo kaasees fi qarshichi gaaffii gaafatamee ol yoo ta'e murtaa’uu hin qabu .( barreeffama keessatti kan dhiyyaatee qofa fudhatama ) fknf waliigaltee yoo ta’e adabbii waliin yoo gaafate malee adabbiin hin murtaa’u
There are two exceptions to this rule 1ffaa- Falmiin dhimma beenyaa ilaalatuu yoo ta’e - kwt 83 2ffaa-Himatamaan dhiyaate yoo deebii hin kenninee - bakka hin jirreetti yoo ta’e raawwatiinsa hin qabu .( jildii 9ffaa L.G-48632)
B. firii dubbiin alatti MSD yoo jiraate kaasuu qaba-244(2) jalatti jiran fi kanneen biroos 39(2) fi 220-misjoinder of cause of action and parties- Haa ta’u malee Manni murtii kan kaasuu qabuus jira .( pendency,material jurisdiction,resjudicata ) C. Himata himatamummaa (counter-claim) ykn iyyata wal-dandeessisuu (set-off)-238(2)
Biyya Hindiitti sababa iyyannoo fooyyessuutiin dhimma guutummaatti haaraa fi adda ta’e , akkasumas dhimma duraan dhiyaate wajjin hidhata kan hin qabne yoo ta’ee fi keessoo dhimmichaa murteessuuf (the real question in dispute ) kan hin fayyadne yoo ta’e , hin heyyamamu
keessoo dhimmichaa murteessuuf ga r gaaru (the real question in dispute) gaaleen jedhu bifa waliigalaan seericha jalatti waan ibsamee jiruuf , hiikkoon ykn agarsiiftuun ittiin hiikamuu danda’u waan hin ibsamneef (paraphrasing) abbaan seeraa akka dhuunfaa dhuunfaa isaatti (by subjective connotation) hiikee hojiirra oolchaa jira .
Gaaffiileen keessoo dhimmichaa murteessuuf gargaaran (the real question in dispute) kanneen dhimmichaa wajjin hidhata qabaniidha jedhee jira .( Sedler )
Kaffaltiiwwan garagaraa seeraan ala hojiirra a gaggeeffamuun gaafataman ilaalchise e hunda yoo gaaffane fi bakka tokko tti dhiyeessuuf foyyeeffannaan yoo gaafatame mirgoota kanneen bakka tokko tti gaafachuun murtii haqaa kennuuf waan gargaaruuf hayyamamuu qaba .(DHIJ Jildii 6 lakk.g . 20416)- Art 91(5 )
Itti … MM, deebii fooyya’aa kanaan sakatta’ee seeraan ala hojiirraa geggeesse jechuun murteesseera . Hanga dhaddacha Ijibbaataa Naannoottis murtiin kun cimeera . DH/I/F:- himatamaan kun yeroo deebii fooyyeffatetti , waraqaa ragaa hojiirraa ittiin geggeesse kan himannaa duraa keessatti dhiyaate irraa guyyaan isaa adda kan ta’e faana dhiyeessee jira . Akka SDFHH kwt 91(1 fi 3) irraa hubatamutti , himannaa ykn deebii dura dhiyaate caalmaatti ifoomsuuf ykn murtii haqaa sirrii ta’e kennuuf yoo garaagare , MM heyyamuu danda’a .
Itti … Haa ta’u malee , himatamaan kun xalayaa hojiirraa geggeessaa kan duraa irraa guutummaatti jijjiiree dhiyeessee jira . Kun immoo deebii duraa caalmaatti ifoomsuuf ykn murtii haqaa kennuuf kan gargaaru osoo hin taane , falmii haaraa akka dhiyeessuutti ilaalama waan ta’eef kaayyyoo seerichaa miti jechuun murtii jalaa cimseera .
Kanaafu bu’urumma murtii dhaddacha ijibbaataa kanaan Deebii waliin ragaa haaraa guutumatti duraan hin jirre jijji i ruun dhiyeessuuf foyyeeffannaan gaafatamu falmii haaraa waan hordofsiisuuf foyyeeffannaan h ey yamam u u hin qabu .
Maddi falmichaa fi haal li mirkaneessa isaa garagara yoo ta’e e fi gaaffiin seerumma isaas garagara yoo ta’e gaaffii haaraa waan ta’eef fooyyeeffannaan hin danda’amu . Fkn qoodinsa qabeenya dhirsaa fi niitii adeemsifam a a jiru irratti akka dhirsaa fi niitiis (IU) yeroo turetti qabeenya horannee jir r a jechuun fo o yyeffannaa gaafachu u n hin danda’amu .( Jildii 19ffaa l.g 100475)
Iyyannoon tokko sababa himannoo (cause of action) hin qabu yoo ta’e , akkaataa SDFHH kwt 231(1a) fi 33(2) tti kuffisuun akka danda’mu ifaadha . Sababa himannoo akka qabu gochuun haaratti dhiyeessuun hin danda’amu . Garuu bifa waliigalaatiin sababni yoo ibsame ifa gochuun akka dhiyeessan fooyyeffannaa hayyamuun barbaachisaadha ????????????????? .
Isaanis :- SDFHH kwt 91 dhiphisamee hiikamuu qaba kan jedhanii fi bal’atee hiikamuu qaba kanneen jedhaniidha . Sedler gaaffii keessoo dhimmichaa deebisuuf’real dispute in z case’tiif hin fayyadu yoo jedhamu baate malee bal’ate hiikamuu qaba jedha .
Bal’isanii hiikuun dogoggora iyyannootiin mirgi bu’uuraa akka hin sarbam n e ni eega . Biyy o ota heddu keessatti akkasuma )- baasii fi mirga garee eeguun ta’u u qaba .
Seerri biyya Hindii fooyya’ee jiru , CPR Rule.17.4 (2) yeroo ibsu ; “ The court may allow an amendment whose effect will be to add or substitute a new claim, but only if the new claim arises out of the same facts or substantially the same facts as a claim in respect of which the party applying for permission has already claimed a remedy in the proceedings jechuun ibsa . Kana irraa kan hubatamu , gaaffiin mirgaa itti dabalamuu danda’u gaaffii mirgaa duraan gaafatame faana maddi firii dubbii isaa tokko yoo ta’e heyyamamuu akka qabuudha .
Deebii yeroo fo o yyessu MSD haaraa dabalee kaasuun hin danda’amu.kanaafu u mormiilee Sadarkaa duraa Bu’uura SDFHH kwt 244(2)(1) tiin darbiinsa yeroo dura a n kaasuu osoo hin kaasiin deebisee deebii fooyyessuu keessatti caqase yoo dhiyeesse fudhatama hin qabu .( jildii 12 ffaa lakk . Galmee 55977)
Iyyannoo fooyyessuu fi darbiinsa yeroo H imanni yeroo fooyya’u darbiinsi yeroo isa kam irraa kaasee lakkaawwama ? isa him an naa duraanii moo?himannaa fooyya’e ? Ejjannoo 1ffaa Ka’umsi darbiinsa yeroo guyyaa himannoo fooyya’aan dhiyaate irraa ka’ee ilaalamuu qaba . Kunis himannaan duraanii hin jiru,guyyaanis haaraadha waan ta’eef duubatti deebinee himannaa duraanii haalli itti xiinxallu hin jiraatu . Amendment means total replacement.
Ejjannoo 2ffaa: Himan n aa fooyya’e irr a a eegaluu qaba . already himan n aa isaa dhiyyeess e e mirga isaa gaafachuuf man a murtiit tti dhiyeessee jira . Akkaataa SHH kwt 1851(b) fi1852 (1) tti illee guyyaa himannaan hundeeffamee kaasee daangaan darbiinsa yeroo addaan citee akka haaraatti kan jalqabu ta’uu ibsee jira .
Robert Allen Sedler akka ibsee jirutti , iyyannoon kamiyyuu hanga daangaa darbiinsa yeroo seera bu’uuraa hin tuqnetti fi fooyya’insichi immoo gaaffii keessoo dhimmichaa isa sirrii murteessuuf gargaarutti , fooyya’iinsa dhorkuun sirrii miti . Garuu sababa fooyya’iinsaan mirga darbiinsa yerootiin daangeffamu itti dabaluun fooyyessuun mirga garee biraa waan miidhuuf heyyamamuu hin qabu jedha .
Brainstorming Aangoo Abbaa Seerummaa jechuun maali ? Garaagarummaan fi tokkummaan Aangoo Biyyoolessaa , Aangoo Hundee-Dubbii fi Aangoo Naannoo / Tooraa maali? yoo aangoo malee murtiin kenname bu’aan isa maali ?
Seensa Heera kwt.50 (4) tti , mootummaan Federaalaa fi mootummaan naannolee mana murtii mataa mataa isaaanii qabaachuu akka danda’an ifatti kaa’eera . Kunis M ana Murtii Waliigalaa , Mana Murtii O l’aanaa fi Mana Murtii Aanaalee ( Sadarkaa J alqabaa ) akka ta’u kaa’ameera . Aangoon kun immoo d himmoota murtii mana murtiin murtaa’uu danda’anii fi hin dandeenye adda baasuun fi qaamota birootiif ifaan hin kennamne ta’ u u adda baasuu n barbaachisadha .
Maalummaa Aangoo Abbaa seerummaa fi Manneen Murtii (Judicial Power and Jurisdiction of Courts) Aangoon Abbaa Seerummaa (judicial power ):- jechuun dhimmootaa fi wal diddaawwan ("cases" and "controversies,“) adda addaa dhaggeeffachuun bu’uura seeraa fi adeemsa seeraan diriirfame hordofuun murtii dirqisiisaa ta’e kennuu yoo ta’u ;
Akka qajeeltootti aangoon A/S sadarkaa M/ Federaalaattis ta’ee naannootti kan mana murtii akka ta’e (inherent power) HMFDRI kwt 79(1) fi Heera Naannoo Oromiyaa kwt 63(1) irraa ni hubatama . Haa ta’u malee manni murtii idilee aangoo kallattii lamaan dhabuu danda’a.
Dhimmoota murtiidhaan murtaa’uu hin dandeenye ( nonjusticiable matters) –Art 37 conis D himmootuma murtiin murtaa’uu danda’an yoo ta’an iyyuu qaam a biraa tiiif seeraan aangoon abbaa seerummaa yoo kennameefii jiraateedha
Qaamoleen Aangoo MM Idilee fudhatan kun eenyu fa’i ? Mana Murtii Bulchiinsa Hojjettoota Mootummaa Federaalaa Labsii Lakk.1064/2010,Kan naannoo keenya labsii 215/2011 Boordii Hojjetaa fi Hojjechiisaa bu’uura Labsii Lakk . 1156/2011’n hundeeffame Ejensii Labsii Dhuunfummaa bu’uura labsii Lakk . 110/95’n hundeeffame MM/H/ Gandaa bu’uura HMNO kwt 101 fi Labsii 128/1999’n hundeeffame Mana Maree Federeeshinii bu’uura HMF kew 62(1))’n hundeeffame
Mana Murtii Jaarsummaa (Arbitration) (SDFHH kwt 315-319 fi SHH kwt 3325-3346) Mana Murtii Waraana Ripaabiliika Diimokirataawaa Federaalawaa Itoophiyaa Labsii Lakk . 809/2006
Mana Murtii Shariyaa Federaalaa bu’uura Labsii Lakk . 188/99 fi kan oromiyaa Labsii Lakk.153/1994 hundeeffame Jildii 9ffaa, L.G- 36677 falmii qabiiyyee lafa walqabate ilaalee murteessuuf aangoo hundee dubbii hin qabu . Jildii 10ffaa, page 280 ilaalaa MMWFDHI galmee 175719-erga fedhii yeroo tokkoo mana murtii shariyaatti dhiimmichi akka ilaalamu feedhi kennite booda deebiste mana murtii idilee dhiyyeessu hin dandeessu . Fknf gaa’ila diigaa booda tarree qabeenya mana murtii idileetti dhiyyeessu hin dandeessu .
Dhimma Dhimma Dh/ Ij /M/M/W/F tiin ilaalamee murtii argateen ( Lakk . G.23608) himattoonni himannoo himatamaa irratti MMSDFtti dhiyeefataniin manneen seeraan ala mootummaan dhaalaman akka nuuf deebi’an biiroon hojii fi misooma magaalaa nuuf murteesse akka harka nu gahu Eejansii himatamaatti raawwiif iyyannee Eejansichi immoo gaaffii haara a itti fakkaatee mirga hin qabdan jechuun galmee cufee , Boordiin Eejansichaa immoo ol’iyyannoo ilaalee manneen cinaa qofa waan nuuf murteesseef MM kun murtiiwwan kanneen akka nuuf diigu jechuun gaafataniiru . Himatamaan murtiin boordiin kennamu isa dhumaa (final and biniding ) akka ta’e lab. Lakk . 110/87 jalatti waan tumameef MM ofitti fuudhee ilaaluu hin danda’u jechuun mormii sadarkaa duraa kaaseera .
MMSDF “MM bu’uura aangoo abbaa seerummaa Heera Federaalaa kwt . 79(1) jalatti kennameefiin bu’uura kwt . 37(2) tiin dhimmoota murtii MM tiin murtaayuu danda’an ilaaluu ni danda’a . Bu’uura kanaan ( dhimmi ulaagaa kwt.37 (2) guuteera tilmaama jedhu of keessaa waan qabu fakkaata ) MM murtii Eejansiiwwan bulchiinsaatiin kennaman ilaaluuf aangoo uumaa MM irraa madde ( inherent power) waan qabaniif dhimma kana ilaaluu ni danda’a ” jechuun mormicha kufaa godhee jira. MMOF murtii kana cimseera . Dh/ Ij / MMWF “Heera federaalaa kwt.37(1) tiin namni kamiiyyuu dhimma murtiidhaan murtaayuu danda’u MM tti ykn qaama aangoo abbaa seerummaa kennameefitti dhiyeeffachuu fi murtii argachuuf mirga ni qaba
Tumaa Heeraa kana irraa ifaan akka hubatamutti MM dhimma tokko ofitti fuudhee ilaaluuf aangoo kan dhabu aangoo abbaa seerummaa dhimma akkasii ilaaluu qaama birootiif seeraan yoo kennamee dha ( yaada qaama birootiif yoo kenname dhimma murtiin murtayuu danda’u ta’uun isaa ni hafa jedhu waan of keessaa qabu fakkaata ) . Dhimma kana ilaaluuf aangoon Eejansii himatamaatiif akka kenname lab. 110/87 irraa ni hubatama . Murtiin Kun immoo Kan dhumaati , MM keenyas aangoo seera irraa madde malee isa uumaa (inherent power) waan hin qabneef murtii qaama kanaan kenname irra deebi’anii ilaaluuf aangoo hin qaban ” jechuun murtii diigeera .
Dhimma 14ffaa Himataa vs w/ ra lafaa fi eegumsa naannoo A/ Adaamii Tulluu ; waraqaan a/ qabiyyummaa seeraan ala na jalaa sarbame jechuun himatee , MMtis aangoo biirichaa waan ta’eef dhimmicha ilaaluuf aangoo hin qabu jechuun murteesse .
Waajjirri himatamaa aangoo qabaachuu fi dhiisuu osoo hin taane , aangoo seeraan kennameefitti fayyadamuun gochi raawwate ykn murtiin murteesse akkaataa ulaagaa fi daangaa seeraan mirga abbaa qabiyyummaa haquuf isaaf kenname keessatti tahuu fi dhiisuu qorachuun murtii kennuu qaba .
Madda Sababa Himannoo (Source of cause of action)--- seera muummee mirgaa fi dirqama ibsu ilaalaa Eenyummaa Falmitootaa Iddoo Sababni himannoo itti Raawwatame Bu’uura Heera Mootummaa kwt 9(2) fi 13(1) tumaalee HM hojiirra oolchuu waliin wal qabatee HPR allocated subject matter based on: Laws , parties and places
a. Madda Sababa Himannoo HMF; dhimma hariiroo hawaasaa heera irraa maddu . Eg . In USA action for damages resulting from unreasonable search/seizure. Seerota Federaalaa ; Waliigalteewwan Idil-addunyaa
B. Eenyummaa Falmitootaa Heerichi dhimma kan federaalaa gochuuf nama ykn qaama ilaalamuu qabu tokkollee ifaan wanti ibsu hin jiru . Lab.L 1234/2013) Kwt . 5 jalatti qaamoleen tarreeffaman ni jiru . Fknf MF himanaa keessatti party, qabeenya MF, jiraatoota naannoolee addaa addaa ta’aan (Including AA and DD) , dhaabbata mootummaa federaalatti galmaa’e ( inshuraansii )
Remark Jildii 8ffaa L.G-36460,jildii 23f-faa L.G-144653-waliigalteen,qabeenyi ykn kanneen biroo naannoo tokkoo keessatti taasifamuun isaa dhimmicha kan naannoo hin taasisuu . It is federal matter irrespective of origin of cause of action Exce : jildii 23 L.G 142594-title deed seeraan ala na jalaa haqamee jira kan jedhu ilaalchise based on its nature mana murtii qabeenya dhaabbataa argamu .( sdfhh kwt 25-immovable situated)
Keewwatichi tumaaleen itti aananii jiran jechuun kwt 20-30 fi kan seerri biraan tumes yoo jiraate akkuma jirutti ta’ee ( Without prejudice to the provisions of the following Articles and to such special places of jurisdiction as may be provided for by law ,….) jechuun ibsee jira . Tumaa kana ilaalchisee ijjannoo saditu calaqqisa . Kunis ;-
Ejjannoowwan Saditu Jira:- Ejjannoo 1ffaa : Raawwatiinsa ni qaba . tumalee 20 fi itti aananii jiraatanis SDFHHL 19 dabalataan raawwatiinsa ni qabaata . Kwt.19(1).....” with out prejudice ...... Indetexebeqe honoo ......” jedhu kanuma ibsa . Ejjannoo 2ffaa : Raawwatiinsa hin qabu . aangoon Tooraa seera biraatiin yoo ibsame kwt.19(1) raawwii akka hin qabne kwt . Kun ni ibsa . Kwt.19(1)”...And to such special places... leeloch F/ Beetoch beleela higgi silxaan kaltesexaachew beqer ......”
Remark Ejjannoo 3ffaa Art 8 and 244(2)(b)-pending in another court.yoo dhimmi Mana murtii biroot t i ilaalama ta’e mormiin yoo ka’e qulqulleess e e murtii kennu u qaba .
Fknf …. Waliigalteen wal-qabatees bakka waliigalteen itti taasifame , ykn bakka waliigaltee n itti raawwatamu keessaa filatee himataan himachuu danda’a . Kwt 24 Dhimma dhaalaa ilaalchis e e bakka dhaal l i banametti . Kwt 23- dhaal lli kan banamu immoo bu’ u ura SHH kwt 826 tiin iddoo jireenya isaat t i (principal residence)-shall be Dhimma waliigalteen alaa m i idhaa dhaq q abe g a afachu u iddoo m i idhaan dha q qabetti . kwt 27(1)...may
Remark. Qabatamaan MMWFDHI kan naannoolee ilaalaa jira . garuu labsii 1234/2013 irratti dhimmoonni naannoo irra a dhiyaatan ilaalamu u kan danda’an ulaagalee muraasan akka ta’e kaa’eera . Kunis faallaa heerichaan fi Murtiilee dhaddacha ijibbaat a a kana dura kennmaniin kan murtaa’edha . Ka a yyoon wal-fakkeenyummaa murtiilee fiduufdha . Ulaagaalee d hip h isee jira .
Gaaffii Marii Dhimma tokko irratti DhIMMWF fi DhIMMWO murtii wal-faallessu yoo kennan kamtu raawwatiinsa qabaata ? Labsii lakk.1234/13 kwt.10(1,c) fi 2(4,f) fi labsii 216/11 kwt.29(1) waliin xiinxali !
Aangoo Hundee Dubbii Mana Murtii Ol’aanaa Federaalaa fi Naannoo Oromiyaa Qabataman aangoon Mana Murtii Ol’aanaa Federaalaa kallattii lamaan itti hojjetamaa jira . Innis naannolee Manni Murtii ol’aanaa keessatti hundeeffamee fi Magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa keessatti kallattiin kan hojjetaa kan jiru yoo ta’u , naannolee biyyattii keessaa afur kan ta’an ( Naannoo Oromiyaa , Amaara , Tigiraayii fi Harar ) keessatti immoo karaa bakka bu’iinsaatiin Mana Murtii Waliigala naannoleetu dhimmoota federaalaa keessummeessaa jira . HM kwt.78(2) fi labsii 322/95
Dallaa Mana Murtii irratti ( mana jireenyaa qabaachuun isaa osoo beekamuu dallaa MM irrati haa maxxanfamu jechuun hin ta’u . Murtii ijibbaataa Jildii 9ffaa galmee 50376 ) It is equivalent to no service jedhu
Deebii akka kennuuf guyyaa 10 kennuun barbaachisaa dha . Kwt 338(2) fi 240 fi MMWFDHI jildii -23ffaa - Lakk.Galmee 154727 - guyyaan kudhan kennamuu qaba jedheera . Due Process: he must be given adequate opportunity to consult lawyer, collect evidence and prepare his defense- fair hearing. 2/6/2023 220
waraqaan waamichaa mala sirrii fayyadamuun naaf hin ergamne , ani hin dhageenye jedhu hiikoo sirnaan hin geenye (not duly served) kan jedhu guutuu danda’a .
Bu’uura tumaalee kanaan bakka himatamaan hin jirretti falmiin dhagahamee murtiin kan kennamuu danda’u waamichi sirnaan qaqqabuun isaa yoo mirkanaa’e , waamicha fudhachuuf haayyamamaa yoo hin taane , ykn himatamaa argachuun kan hin danda’amne ta’uun yoo mirkanaa’e dha .
Iyyataan bu’uura SDFHH kwt 78 tiin iyyannoon dhiyeeffachuu qabus waamichi sirnaan kan isa hin geenye ta’uu fi kanuma mirkaneessuun yoo danda’ame ykn sababa gahaadhaan dhiyaachu yoo hin dandeenye dha .
Maalumma Makamiinsa Falmitootaa Blacks Law: J oinder is the uniting of parties or claim in a single lawsuit. Kan jechuun falmii tokko ilaalchisee namoonni mirga ykn dantaa walfakkaataa qaban iddoo tokkotti walitti qabamuun akka falman adeemsa taasisuudha .
Ulaagaa Makamiinsa W alitti dhufeenya gareen kun dhimma falmiif sababa ta’e waliin qabu mirkaneessuu . D himma himannoof sababa ta’u keessaa dantaa qabaachuu .
Faayidaa Makamiinsa Falmitootni baasii falmiif bahu akka qooddatan taasisa . D himmoonni namoota hedduu galmee tokkorratti waan ilaalamuuf dhiibbaa fi baay’ina hojii mana murtii ni xiqqeessa Dhimmoonni walfakkaatan adda addaa yeroo ilaallaman , carraan murtii walfaalleessu kennuu uumamuu waan maluuf , kana ni hambisa .
Makamiinsa Sababoota Himannoo (Joinder of Cause of Action) F iriin dubbii ykn ta’eewwan himannoof bu’uura ta’an sababa himannooti jechuun ni danda’ama . Haala addaatiin seeraan yoo dhorkame malee SDFHH kwt 217, 221, 218 fi 219 jalatti sababoota himannoo baay’ee iyyannoo tokko keessatti tarreessuun dhiyeessuun akka danda’amu SDFHH 217 jalatti tumameera .
S ababoonni himannoo walitti makamuu hin qabne yoo jiraatanis mormuun akka danda’amu SDFHH kwt 220 jalatti ibseera . W alitti makamuun kun sirrii miti jedhamee mormiin dhiyaachuu qabu falmiin osoo hin jalqabin dursamee ka’uu qaba . Manni murtiis yoo itti amane sababoonni himannoo kun galmee adda addaa irratti akka ilaalaman gochuu danda’a (SDFHH kwt 221 )
SDFHH kwt 35,36 vs 217 35 and 36-common question of law 217-no need of common question of law or fact. Haala adda addaatiin raawwatiinsa qabu . Garuu yeroo tokkoo ta’aaniis jira .
G areen 3ffaa kun himannoo fi deebii guutuun ragaa isaa wajjin kan isa dhaqqabu qaba . ( Kwt 43(2)) falmii himatamaa muummee fi himataa jidduu falmii jiru irratti deebii kennuu danda’a. Iyyata gareen 3ffaa akka falmiitii makamu jedhu dhiyaatu ilaalchisee garee 3ffaa deebii akka kennu gochuun hin barbaachisu.
SDFHH kwt 43(2) jalatti gareen akka dhiyaatu yaamichi akka godhamuuf malee himatamaan gareen 3ffaa kun deebii qabatee akka dhiyaatu ifaan wanti tumame hin jiru . SDFHH kwt 43(2)- gareen kun akka himatamaatti akka lakkaa’amu (same position as defendant ) waan jedhuuf fi muuxannoon biyya Hindiis kan ibsu d eebii isaa qabatee kan dhihaatu akka ta’e waan ta’eef deebii qabatee dhiyaachu qaba .
Eenyuuf deebii kenna ? deebiin gareen kun kennu gaaffii himatamaa muummeetiin isarratti dhiyaate ilaalchisee waan ta’eef himatamaaf ta’a. SDFHH kwt 43(3)- the claim as between the defendant and third party.
Remark SDFHH kwt 76(1)- hiikaa Ingiliffa fudhachuun . Kwt 76(1 ) “…fails without good couse to appear for the purpose of disputing the plaintiffs claim as against the defendant…or his own liability to the defendant shall be deemed to admit the validity of the decree passed against such defendant and his own liability to contribute or indemnify…” waan jedhuuf gareen 3ffaa kun himatamaaf qofa osoo hin ta’in himataafis itti gaafatamummaa hanga buusii ykn beenyaa himatamaan muummeen gaafate kaffaluuf akka dirqamu akka amanetti lakkaa’ama .