868202427-Qabiyyee-Karooraa.pptxvnbmmnbhjbkjh

AhmedAbdu35 6 views 11 slides Oct 30, 2025
Slide 1
Slide 1 of 11
Slide 1
1
Slide 2
2
Slide 3
3
Slide 4
4
Slide 5
5
Slide 6
6
Slide 7
7
Slide 8
8
Slide 9
9
Slide 10
10
Slide 11
11

About This Presentation

dgfhj,hklhkjhkuhkjhkjhkjhkjhkhjkhkhkhbbbmn,m,m


Slide Content

Baga Nagaan Dhuftan

Waajjira Pilaanii fi Misoomaa Mag. Sanbatee Qophii Karoora Misoomaa bara 2018 fi Qabiyyee Karoorri qabachuu qabu irratti hubannoo uumuu by Ahmed Abdu Adoleessa Bara , 2017 Sanbatee

Tartiiba Karoorri tokko itti qophaa’u

1.  Seensa 2. Haala Waliigala Magaalaa / Kutaa Magaalaa / Aanaa #. Argama magaalaa (climate & demography) #. Xiinxala raawwii hojiilee gurguddaa bara 2017 akka waliigalaatti … fkn : fayyaa , barnootaan , tajaajila H2O fi kkk ( Sekteraan adda bahamanii hin ifoomani ) #. Hankaakiiwwaan (gabs) hojii misooma magaalichaa keessatti adda bahaman # carraawwaan magaalittiin qabaachuu maltu (city/sub-city/ Aanaa potential) 6-steps strategies planning for successful implementation of planning

2.1 . Sakatta’insa Aangoo fi Gahee Waajjira M/Bu/ Misooma Mul’ataa , Ergama fi Duudhaalee waajjiricha Ergama = ==> “ Deebii Maaliif jiraanne ( why do we exist) ?“ Vission ====>“ Deebii garama deemna / maal arguuf ? what are we offering and where are we heading ". Duudhaalee Waajjiriicha 6-steps strategies planning for successful implementation of planning

Itti...... 2.2. Xiinxala haala keessaa fi alaa (Complete a SWOT Analysis) keessatti Cimina qabnu , Hanqina / dadhabina qabnu , Carraa jiruu fi hojii keenyaa raawwachuuf sodaa ta’uu malan sirriitti ibsuudha .   As keessatti yeroo xiinxala gadi fageenyaa gaggeessinu karaa kanaa ta’uu qabaata PESTET ( Political, Economic, Social, Technology, Ecology/environment and trend analysis) 3. Xiinxala raawwii hojiiwwanii bara darbee (Analyzing the past achievement plan) B u’aawwaan gurguddoo argame / jiru (just you can judge by situational analysis) Muuxannoo ggaggaarii adda bahan R akkoolee danqaa ta’an (Challenges/critical problems)

4. Karoora Misooma Waggaa Galma , Kaayyoo , tarkaanfilee fi Agarsiistuu …… Hojiilee gurguddoo , agarsiiftuwwan (KPI) fi maniiwwan Pirojektoota / sagantaalee gurguddoo adda bahan Tilmaama qabeenya karooricha raawwachiisuuf barbaachisan ( Humna Namaa , Faayinaansii maddaa isaa waliin , kkf ) Tarsiimoo Raawwii Karoorichaa (the way to implement) Sodaa fi tarsiimoo sodaan ittiin xiqqaatu (Risks and Assumptions ) Maniiwwaan (Targets) Karooraa bara 2018 5. Sirna hordoffii fi gamaaggamaa 6. Duuka deemtuu / Sagantaa raawwii hojii (action plan of the activity ) Itti......

lakk Galmoota , Kaayyolee , hojiilee gurguddoo fi Agarsiiftuuwwan Safartu ulfaatinsa Raawwii Waggaa ( 2017) Manii waggaa ( 2018) Manii (target)   Kurm . 1 ffaa Kurm. 2 ffaa Kurm . 3 ffaa Kurm. 4 ffaa  Ado Hag Ful  Onk Sad Mud  Ama Gur Bit Eeb Cam Wax Galma : 1                                   1.1 Kaayyoo1:A                                   Hojii Gurguddoo/Agarsiiftuu 1.A.1                                   Hojii Gurguddoo/Agarsiiftuu 1.A.2                                   Hojii Gurguddoo/Agarsiiftuu 1.A.3                                   Hojii Gurguddoo/Agarsiiftuu 1.A.4                                   Itti fufa                                  1.2 Kaayyoo 1.B                                   Hojii Gurguddoo/ Agarsiiftuu 1.B.1                                   Hojii Gurguddoo/ Agarsiiftuu 1.B.2                                 Duuka Deemtuwwaan Karooraa Gabatee 1: Karoora bu’aawwan fi Hojiiwwan Gurguddoo waggaa (2016)

Gabatee 2: Ragaa Sagantaalee / Pirojektoota Buleeyyii (ongoing projects) Qar . Miliyoonaan Lakk Maqaa Sagantaalee / Pirojeektotaa Abbaa Pirojeektii bulchu Iddoo pirojeektichi itti Hojjetamu Bara/yeroo itti jalqabame Bara/ Yeroo itti xumuramu Raawwii Fiizikaalaa hanga bara 2017 Gatii walii gala pirojaktichaa Hojiirra kan oole (Baasii) Kan Hafe Baasii Barbaachisu Bara 2018 1                     2                     3                     4                     5                     6                    

Gabatee 3: Karoora Sagantaalee / Pirojektoota Haaraa , qorannoo fi dizaayinii dabalatee Qarshii miiliyoonaan Lakk. Maqaa Pirojektoota Abbaa Pirojektii Bulchu Iddoo pirojektichi itti Hojjetamu Bara/yeroo itti jalqabame Bara/ Yeroo itti xumuramu Faayinaansii Barbaachisu bara pirojektiif   Baasii Bara 2018 I Sagantaalee / Pirojektoota Haaraa 1               2               3               4                Ida’ama             Qorannoo fi dizaayinii     1               2               3               4               5                Ida’ama             Ida'ama Waliigalaa    

Let’s Lead And Develop Our City With Proper Planning! GALATOOMAA